DIGITAL
0 Sold
Kitaabni kun akkaataa mata-duree filachuu, yaada qorannoo qopheessuu, mala qorannoo fayyadamuu, odeeffannoo walitti qabuu fi xiinxaluu, akkasumas gabaasa qorannoo sirnaan barreessuu tarkaanfiiwwan salphaa fihojiirra ooluu danda'an waliin ibsa.