Cover DIGITAL 0 Sold

QAROO DHALOOTAA

ETB 100.00

About this Book

Qaroon Dhalootaa kitaaba Afaan Oromoo barattoota Kutaa 8–12f qophaa’eedha. Kitaabni kun dandeettii Afaan Oromoo, dubbisuu, barreessuu, hubachuu fi yaada sirriitti ibsachuu barattootaa cimsuuf kan qophaa’e yoo ta’u, beekumsa, aadaa fi duudhaa Oromoo akkasumas guddina dhalootaa keessatti gahee guddaa qaba.

Kitaabni kun barnoota, beekumsa, aadaa fi qaroomina walitti fiduun barattoota dhaloota beekaa, yaada bal’aa fi gahumsa qabu horachuuf kan gargaarudha.

Create Account

Show
Show

Payment Method